Skip to content

  • Home
  • Ejjannoo
  • Support Sagalee Qeerroo
  • About

Month: February 2023

Maqaa Ijaarsa Magaalaa Shaggar jedhuun Buraayyuutti manneen Ummataa diigamaa jira.
Uncategorized

Maqaa Ijaarsa Magaalaa Shaggar jedhuun Buraayyuutti manneen Ummataa diigamaa jira.

sqeerrooFebruary 10, 2023

Murni bilxiginnaa lafa ofii kennee fi seera qabeessa itti godhe maqaa ijaarsa seeraan alaa, misoomaa fi ijaarsa magaalaa haaraa jedhuun…

Murni ppDargaggoota Oromoo mana hidhaa keessatti rifeensa Qaruuraan irraa haadan
Uncategorized

Murni ppDargaggoota Oromoo mana hidhaa keessatti rifeensa Qaruuraan irraa haadan

sqeerrooFebruary 10, 2023

Godina lixa Harargee aanaa Odaa Bultum keessatti maqaa WBO deggertu jedhuun qabanii hidhanii qaruuraan mataa irraa haadaa jiraachuun dhagahame. Guraandhala…

Walisootti Abboota Amataa Ortodoksii Sinodosii Oromiyaaf simannaan godhame
Uncategorized

Walisootti Abboota Amataa Ortodoksii Sinodosii Oromiyaaf simannaan godhame

sqeerrooFebruary 9, 2023

Sinodosii Oromiyaa fi sabaaf sablammoota Oromiyaa Abbaa Saawiroosiin durfamuuf Walisootti simannaan ho’aan taasifame. Guraandhala 9/2023   Erga sinoodosiin Oromiyaa fi…

Buraayuutti manneen ummataa Magaalaa Shaggar ijaarra jechuun Beenyaa malee diigamaa jira.
Uncategorized

Buraayuutti manneen ummataa Magaalaa Shaggar ijaarra jechuun Beenyaa malee diigamaa jira.

sqeerrooFebruary 8, 2023

Bulchiinsa magaalaa Buraayyuu keessatti maqaa ijaarsa magaalaa Shaggar jedhuun manneen namootaa diigamuun itti fufe.   Gurraandhala 9, 2023 Murni magaalaan…

Liiban Cuqqaallaatti waraanni pp Dargaggoo tokko qabee ajjeesuun gate.
Uncategorized

Liiban Cuqqaallaatti waraanni pp Dargaggoo tokko qabee ajjeesuun gate.

sqeerrooFebruary 8, 2023

Baha Shaggar aanaa Liiban Cuqqaalaa keessattiย  ilmaan Oromoo ajjeesuun itti fufe.   Gurraandhala 9, 2023 Giddu galeessa Oromiyaa Baha Shaggar,…

Dirree Dhawaa Yuuniversiitii keessatti Hokkorri barattootaan uumame.
Uncategorized

Dirree Dhawaa Yuuniversiitii keessatti Hokkorri barattootaan uumame.

sqeerrooFebruary 8, 2023

Yuunivarsitii Dirree Dhawaa keessattiย  okkora finxaaleyyiin Amaaraa kaasaniin dhukaasni geggeeffamaa turuu barattootni dubbatan.   Gurraandhala 9, 2023 Barattootni finxaaleyyii Amaaraa…

Yuuniversiitii Asoosaa keessatti Barattootni Oromoo Sinodosii Oromiyaa haaraa deeggaruun hiriira bahan
Uncategorized

Yuuniversiitii Asoosaa keessatti Barattootni Oromoo Sinodosii Oromiyaa haaraa deeggaruun hiriira bahan

sqeerrooFebruary 8, 2023

Mooraa Yuunivarsiitii Asoosaa keessatti deeggarsi sinodosii Oromiyaa fi sabaaf sablammoota oromiyaaf barattoota Oromoon geggeeffame.   Gurraandhala 8, 2023 Sirna Habashoota…

Waraanni pp bifa haaraan gara kibba Oromiyaa Gujiitti guuramaa jiraachuun beekame.
Uncategorized

Waraanni pp bifa haaraan gara kibba Oromiyaa Gujiitti guuramaa jiraachuun beekame.

sqeerrooFebruary 8, 2023

Murni bilxiginnaa duula haaraa kibba Oromiyaatti banuuf loltoota hedduu magaalaaย  Hawaasaatti buusaa jiru.   Gurraandhala 8, 2023 Murni barcuma siyaasa…

Duulli deeggarsaa Sinodoosii haaraa uffata adii uffachuun fuula miidiyaa hawaasaa irratti adeemsifamaa jiru jabaate itti fufee.
Uncategorized

Duulli deeggarsaa Sinodoosii haaraa uffata adii uffachuun fuula miidiyaa hawaasaa irratti adeemsifamaa jiru jabaate itti fufee.

sqeerrooFebruary 7, 2023

Duulli deeggarsaa Sinodoosii haaraa uffata adii uffachuun fuula miidiyaa hawaasaa irratti adeemsifamaa jiru jabaate itti fufee. (SQ-Gurraandhala 7,2023) Duulli deeggarsa…

Mana amantaa Ortodoksii keessaa dhukaasa banameen lubbuun namootaa darbe
Uncategorized

Mana amantaa Ortodoksii keessaa dhukaasa banameen lubbuun namootaa darbe

sqeerrooFebruary 7, 2023

Shaashamannee keessatti lubbuun namoota kan darbe mana amantaa keessa taa’anii dhukaasa gara alaatti qaama nageenya eegsisu irratti bananiin tahuu barame.…

Posts navigation

Older posts
Newer posts

Share & Follow US

  • Facebook
  • YouTube
  • Telegram
  • Twitter
Whatsup

Oduu Yeroo adda addaa SQ irratti dhiyaatan

  • September 2025
  • August 2025
  • July 2025
  • June 2025
  • May 2025
  • April 2025
  • March 2025
  • February 2025
  • January 2025
  • December 2024
  • November 2024
  • October 2024
  • September 2024
  • August 2024
  • July 2024
  • June 2024
  • May 2024
  • April 2024
  • March 2024
  • February 2024
  • January 2024
  • December 2023
  • November 2023
  • October 2023
  • September 2023
  • August 2023
  • July 2023
  • June 2023
  • May 2023
  • April 2023
  • March 2023
  • February 2023
  • January 2023
  • December 2022
  • November 2022
  • October 2022
  • September 2022
  • August 2022
  • July 2022
  • June 2022
  • May 2022
  • April 2022
  • March 2022
  • February 2022

Latest News

  • Harargee Bahaa Cinaaksanitti weerara hidhattootni Naannoo Somaaleef bananiin namootni 6 battalatti yoo ajjeefaman miidhaan biroos qaqqabeera .
  • Caasaan ABO magaalaa Shaggar jiru haala yeroo irratti waajjira ABO Muummeetti mariiyatan.
  • ๐——๐˜‚โ€™๐—ฎ๐—ฎ๐—ป ๐—ข๐—ณ ๐—•๐—ถ๐—ฟ๐—ฎ๐—ฎ ๐——๐—ต๐—ฎ๐—ฏ๐˜‚๐˜‚ ๐— ๐—ถ๐˜€๐—ฒ๐—ฒ๐—ป๐˜€๐—ฎ ๐—•๐˜‚๐—น๐—ฒ๐—ฒ๐˜€๐˜€๐—ฎ ๐—”๐—•๐—ข ๐—๐—ฎ๐—ฎ๐—น ๐—–๐—ฎ๐—ฎ๐—น๐—ฎ๐—ฎ ๐—ฅ๐—ผ๐—ผ๐—ฟ๐—ฟ๐—ถ๐˜€๐—ฎ๐—ฎ (๐—ง๐—ฎ๐˜€๐—ณ๐—ฎ๐—ฎ๐˜†๐—ฒ๐—ฒ ๐—ง๐—ฎ๐—ฟ๐—ฟ๐—ฎ๐—ณ๐—ฎ๐—ฎ ๐—š๐˜‚๐—ฟ๐—บ๐˜‚๐˜‚) ๐—œ๐—ฟ๐—ฟ๐—ฎ๐˜๐˜๐—ถ ๐—œ๐—ท๐—ผ๐—ผ ๐——๐˜‚๐—ฏ๐—ฏ๐—ถ๐—ถ -๐—”๐—•๐—ข
  • Waajjira Muummee ABO Gullalleetti Miseensotni leenjii fudhachaa turan Irbuu haatomsatan.
  • Godina Horroo Guduruutti daaโ€™immanii fi haadholii ulfaa dabalatee jiraattotni 6,000 ol tahan gargaarsa hatattamaa eeggachaa jiru.

Recent Videos

Recent Videos:-
[wp-rss-aggregator template="default"]

Copyright © 2025 | Ace News by Ascendoor | Powered by WordPress.