Skip to content

  • Home
  • Ejjannoo
  • Support Sagalee Qeerroo
  • About

Month: February 2023

Itti gaafatamaan PP Amaaraa fi sadarkaa Ministeeraattigorsaan ijaarsa dimokiraasii aangoo lakkisanpp
Uncategorized

Itti gaafatamaan PP Amaaraa fi sadarkaa Ministeeraattigorsaan ijaarsa dimokiraasii aangoo lakkisanpp

sqeerrooFebruary 7, 2023

Hojjetaan mootummaa miseensa olaanaan pp saba amaaraa aangoo lakkise. Itti gaafatamaan PP Amaaraa duraa fi sadarkaa ministeeraatti gorsaan ijaarsa dimokiraasaa…

Hiriira Deeggarsaa Sinoodosii Qulqulluu Oromiyaafi Sabaaf Sablammoota Itoophiyaa graandhala 5 ni gaggeeffama.
Uncategorized

Hiriira Deeggarsaa Sinoodosii Qulqulluu Oromiyaafi Sabaaf Sablammoota Itoophiyaa graandhala 5 ni gaggeeffama.

sqeerrooFebruary 7, 2023

Yaadachiisa Hiriira Deeggarsaa Sinoodosii Qulqulluu Oromiyaafi Sabaaf Sablammoota Itoophiyaa Gurandhala 05, 2015 ALItti qabamerratti qophiileen hedduun taasifamaa jira. Hiriirri kunis…

Harargee Bahaa Aanaa Cinaaksanitti humni waraanaa Somaalee namoota nagaa ajjeesuun hedduu maedeesse.
Uncategorized

Harargee Bahaa Aanaa Cinaaksanitti humni waraanaa Somaalee namoota nagaa ajjeesuun hedduu maedeesse.

sqeerrooFebruary 7, 2023

Poolisootni humna addaa Somaalee haleellaa baha Oromiyaa aanaa Cinaaksan irratti raawwatan jabeessuun namoota ajjeesuun garii madeessan.   Gurraandhala 7, 2023…

Waraanni sirna pp jala jiru hidhannoon gara mooraa qabsoo Oromootti makame.
Uncategorized

Waraanni sirna pp jala jiru hidhannoon gara mooraa qabsoo Oromootti makame.

sqeerrooFebruary 7, 2023

Waraanni murna bilxiginnaa godina baha Wallaggaa aanaa Gobbuu Sayyootti dishqaa fi qawwee AKM waliin Arjoo keessatti Turkii 2 qabachuun W3Otti…

Ada’aa Bargaa lixa shaggaritti da’imman 9 waraanni pp bakka tokkotti ajjeesuun gate.
Uncategorized

Ada’aa Bargaa lixa shaggaritti da’imman 9 waraanni pp bakka tokkotti ajjeesuun gate.

sqeerrooFebruary 7, 2023

Waraanni murna bilxiginnaa  daa’imman umurii waggaa 16 gadii kan tahan 9 godina Lixa Shaggar aanaa Ada’aa Bargaa keessatti ajjeesan.  …

W/Bahaa aanaa Waamaa Agaloo keessatti waraana RIBf manneen barnootaa keessatti gargaarsa buusii dirqisiisaa jiru.
Uncategorized

W/Bahaa aanaa Waamaa Agaloo keessatti waraana RIBf manneen barnootaa keessatti gargaarsa buusii dirqisiisaa jiru.

sqeerrooFebruary 7, 2023

Godina  Wallaggaa bahaa aanaa Waamaa Agaloo keessatti qindeessotni manneen barnootaa maallaqa raayyaa ittisa impaayerattii jechuun maallaqa saamaa jiru.   Gurraandhala…

Hiriirri Guddaan sinodosii Oromiyaa fi sabaaf sablammoota Oromiyaan Finfinneetti waamame.
Uncategorized

Hiriirri Guddaan sinodosii Oromiyaa fi sabaaf sablammoota Oromiyaan Finfinneetti waamame.

sqeerrooFebruary 6, 2023

Sinoodoosii haaraan gaafa Guraandhala 5,2015’tti hiriira deeggarsaa waamuu beeksise. (Gurraandhala 6,2023) Imalli Sinoodoosii haaraa hanga yoonaa milkiidhaan akka raawwatamaa ture…

Gujiitti waraanni Faashistii Abiyyi dargaggoo tokko morma gorra’an
Uncategorized

Gujiitti waraanni Faashistii Abiyyi dargaggoo tokko morma gorra’an

sqeerrooFebruary 6, 2023

Gujiitti waraanni sirna faashistii pp lubbuu dargaggoo tokkoo morma irraa kutuun ajjeesee gate. Jiraata godina Gujii Lixaa Aanaa Bulee horaa…

WBO Harargee lixaa Mi’eessootti injifannoo galmeesse.
Uncategorized

WBO Harargee lixaa Mi’eessootti injifannoo galmeesse.

sqeerrooFebruary 6, 2023

Harargee lixaa Aanaa Mi’eessootti Waraanni Bilisummaa Oromoo lukkee diinaa irratti tarkaanfii fudhate.   Guraandhala 6/2023 Godina Harargee lixaa Aanaa Mi’eessoo…

Waltajjiin marii Hawaasaa jedhamuun Jillee Dhummuuggatti gaggeeffame waliigaltee malee xumurame
Uncategorized

Waltajjiin marii Hawaasaa jedhamuun Jillee Dhummuuggatti gaggeeffame waliigaltee malee xumurame

sqeerrooFebruary 6, 2023

  Godina Addaa Saba Oromoo Walloo Aanaa Jillee Dhummuuggaatti  waltajjiin gaggeeffame murtee malee xumurame.   Guraandhala 6/2023 Lola tibbana Oromiyaa…

Posts navigation

Older posts
Newer posts

Share & Follow US

  • Facebook
  • YouTube
  • Telegram
  • Twitter
Whatsup

Oduu Yeroo adda addaa SQ irratti dhiyaatan

  • September 2025
  • August 2025
  • July 2025
  • June 2025
  • May 2025
  • April 2025
  • March 2025
  • February 2025
  • January 2025
  • December 2024
  • November 2024
  • October 2024
  • September 2024
  • August 2024
  • July 2024
  • June 2024
  • May 2024
  • April 2024
  • March 2024
  • February 2024
  • January 2024
  • December 2023
  • November 2023
  • October 2023
  • September 2023
  • August 2023
  • July 2023
  • June 2023
  • May 2023
  • April 2023
  • March 2023
  • February 2023
  • January 2023
  • December 2022
  • November 2022
  • October 2022
  • September 2022
  • August 2022
  • July 2022
  • June 2022
  • May 2022
  • April 2022
  • March 2022
  • February 2022

Latest News

  • Harargee Bahaa Cinaaksanitti weerara hidhattootni Naannoo Somaaleef bananiin namootni 6 battalatti yoo ajjeefaman miidhaan biroos qaqqabeera .
  • Caasaan ABO magaalaa Shaggar jiru haala yeroo irratti waajjira ABO Muummeetti mariiyatan.
  • 𝗗𝘂’𝗮𝗮𝗻 𝗢𝗳 𝗕𝗶𝗿𝗮𝗮 𝗗𝗵𝗮𝗯𝘂𝘂 𝗠𝗶𝘀𝗲𝗲𝗻𝘀𝗮 𝗕𝘂𝗹𝗲𝗲𝘀𝘀𝗮 𝗔𝗕𝗢 𝗝𝗮𝗮𝗹 𝗖𝗮𝗮𝗹𝗮𝗮 𝗥𝗼𝗼𝗿𝗿𝗶𝘀𝗮𝗮 (𝗧𝗮𝘀𝗳𝗮𝗮𝘆𝗲𝗲 𝗧𝗮𝗿𝗿𝗮𝗳𝗮𝗮 𝗚𝘂𝗿𝗺𝘂𝘂) 𝗜𝗿𝗿𝗮𝘁𝘁𝗶 𝗜𝗷𝗼𝗼 𝗗𝘂𝗯𝗯𝗶𝗶 -𝗔𝗕𝗢
  • Waajjira Muummee ABO Gullalleetti Miseensotni leenjii fudhachaa turan Irbuu haatomsatan.
  • Godina Horroo Guduruutti daa’immanii fi haadholii ulfaa dabalatee jiraattotni 6,000 ol tahan gargaarsa hatattamaa eeggachaa jiru.

Recent Videos

Recent Videos:-
[wp-rss-aggregator template="default"]

Copyright © 2025 | Ace News by Ascendoor | Powered by WordPress.