Itti gaafatamaan PP Amaaraa fi sadarkaa Ministeeraattigorsaan ijaarsa dimokiraasii aangoo lakkisanpp

Hojjetaan mootummaa miseensa olaanaan pp saba amaaraa aangoo lakkise.

Itti gaafatamaan PP Amaaraa duraa fi sadarkaa ministeeraatti gorsaan ijaarsa dimokiraasaa Obbo Abrhaam Gazzaaheny fedhaan aangoo gad dhiisee jira.

Miseensotni PP Amaaraa hedduun miseensummaa PP of irraa haquun xalayaa galfachaa jiraachuun dhagahamaa jira .
Sabaabaan miseensota pp amaaraa aangoo lakkisaa jiraniif sinodosiin Oromiyaa hundaayuu hin qabuu kan jedhuu fi mootummaan namoota sinodosii Oromiyaa hundeessan hidhuu qaba malee beekamtii kennuu hin qabu kan jedhuun tahuun beekameera.
Oromoo dhimmi dhimma amantii miti dammaqi eenyummaa kee karaa mana amantii kanaa dhiibamaa ture har’a guyyaan gahee ifoomaa jira.

Oromoon walooma❗️

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *