WBO Harargee lixaa Mi’eessootti injifannoo galmeesse.

Harargee lixaa Aanaa Mi’eessootti Waraanni Bilisummaa Oromoo lukkee diinaa irratti tarkaanfii fudhate.

 

Guraandhala 6/2023

Godina Harargee lixaa Aanaa Mi’eessoo Araddaa Ittisaa roorroofi Araddaa Daalachaa soorraa iddoo jedhamtutti Lola guyyaa sadiif walitti fufinsaan godhame keessatti W3O’n Cibraan Elemoo Qilxuu waraana shiftaa murna pp maqaa motummaa jedhuuf of waamtu irraa baay’inni isaanii shantama(50) tahan yoo irraa ajjeessu digamaa ol maddeessee meeshaa waraana hedduu mooraa qabsoof galii taasisaniiru.

Meeshaaleen waraanaa W30n mooraa qabsootti galii taasise kilaash 12 irraa hiike hiidhanoo muudhii fi boonbii harkaa hedduus irraa booji’ee injifannoo guddoo galmeesse Jira.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *