Godina Arsii Bahaa fi Lixaa keessatti sinodosii Oromiyaa fi sabaa fi sablammoota Oromiyaa haaraa filamaniif simannaa ho’aan...
Month: February 2023
“Ijoolleekoo, eenyumaanuu sababa sabummaafi afaan inni dubbatuutiin hin jibbiinaa; hin garboomfatinaas. Nutis jibbamuufi garboomuu jibbineetu qabsa’aa jirra....
Magaalaa Naqamteetti humnoonni Waraana Mootummaa Bilxiginnaa sakkata’insa hamaa mana uummata irratti geeggeessa jiraachuun dhaga’ame. (SQ-Guraandhala 3,2023) Dhiha...
Dhimma qondaaltota ABO mana hidhaa jiranii qaama gaafannu wallaalle’ – Abukaatoo hidhamtootaa February 3, 2023 Qondaalota ABO...
Sinoodosiin Oromiyaafi Sabaafi sablamoota Itoophiyaa haaraan deeggartootni sinodosii Qulqulluu guddichaa ”waamichaa waraanaa ifa ta’e gochaa jiru” jechuun...
Humni tikaa PP weellisaa Falmataa Kabbadaafi Weellisftoota biroo lama hidhun dhaga’ame. (SQ-Guraandhala 2,2023) Guyyaa kaleessa jecbuun Guraandhala...
Tokkummaan Hawaasa Oromoo Kanaadaa duguuggaan sanyii ummata Oromoo Walloo irratti adeemsifamaa jiru akka dhaabbatu gaafate. Guraandhala 2,2023...
WBOn baha Shaggar aanaa Adaamii Tulluu fi Jiddoo Kombolchaa keessatti tarkaanfii fudhate. Guraandhala 1, 2023 Irree fi...
Godina Qeellam wallagggaa magaalaa Danbi Doollootti ganama har’aa lola gaachanni sabaa humna weerartuu pp irratti baneen magaalaa...