Hawaasni Oromoo Biyya Amerikaa jiraatu hiriira mormii sirna Abiyyiin gaggeessu irratti gaggeessan
Miseensonni hawaasa Oromoo naannoo Washingitenii fi naannoo ishee keessa jiraatan kaleessa Ministeera Dhimma Alaa Yunaayitid Isteetis fuulduratti ajjeechaa seeraan ala…