#Ajjeechaa_Jumulaa
“Godina Wallagaa Bahaa Aanaa Sibuu Siree bakka addaa Ganda Lalisaa( Mootoo ) jedhamutti waraanni Abbaa Irree Abiyyi Ahimed namoota nagaa baay’inni isaanii 15 tahan bakka tokkotti juumlaan rashanuun dhagahame
Namoota bakka tokkotti koree Nageenyaan rashanaman maqaan isaanii kan arganne:
1, Girmaa Waaqoo
2, Garoomsaa Raggaasaa
3, Garramuu Amantee
4, Galaanaa Garramuu abbaa fi ilma
5, Tamasgeen Baacaa
6, Birrisa Wadaajoo
7, Gaaddisaa Baay’isaa
8, Asaffaa waaqjira
9, Chuuchuu Fiixee
10, Raggaasaa fiixee obbolaa
11, Gamulaa fiixee
12, Fiqiruu Raggaasaa kanneen jedhamanidha