International Mother Language Day is celebrated all over the world.
Guyyaan Afaan dhalootaa (Haadhaa )Idil Addunyaa guutuu addunyaatti kabajamaa jira . Guyyaan Afaan dhalootaa Idil-addunyaa har’a guutuu addunyaatti mata duree…
Guyyaan Afaan dhalootaa (Haadhaa )Idil Addunyaa guutuu addunyaatti kabajamaa jira . Guyyaan Afaan dhalootaa Idil-addunyaa har’a guutuu addunyaatti mata duree…
Komishiniin Mirga Namoomaa Itiyoophiyaa gabaasa baatii kanaa har’a baaseen dhimma #Oromiyaa keessatti lammiileen nagaan ajjeefaman jiran irratti osoo hin dubbatiin…
No difference between the two dictators Mengistu Hailemariam and Abiyyi Both came in power with soft beginnings to hide their…
#Oduu_Gaddaa Obbolaawwan Kaaba Shaggaritti Waraana Abbaa Irree Abiyyiin manaa baafamanii ajjeefaman Kaaba shagaar Aanaa Hidhabuu Abootee Gandaa Amaara hafxiini keessatti…
Pireezidantiin Somaaliyaa yaa’ii AU addaan kutanii gara Moqdishootti deebi’u in beekame. Pirezidantiin Somaaliyaa humnoonni nageenyaa mootummaa Itoophiyaa walgahii Gamtaa…
”Humni nageenyaa Itoophiyaa galma wal-gahii Gamtaa Afrikaa akka hin seennef na dhorkuuf yaalaniiru” jedhan Pirezidaantin Somaaliyaa Hasan Sheek Mohaammad. ‘’Ganama…
Lola deddeebiin ummata keenya irratti banamee lubbuu qulqullootaa galaafateef kan itti gaafatamu mootummaa PP ti. Ijoo Dubbii – ABO Mootummaan…