Abiyyi Ahimed Abbaa Irree ija Ashaboon dhiqatee ummata duratti kijibaan jiraata
#Abiyyi_Ahimed yakkamaa isa dhumaa tahuu namoota nagaa ulkaamsee afaaniin warra bosonaatu nagaa hin barbaadu jedha. Haal dureen nageenyaa warra karaa…
#Abiyyi_Ahimed yakkamaa isa dhumaa tahuu namoota nagaa ulkaamsee afaaniin warra bosonaatu nagaa hin barbaadu jedha. Haal dureen nageenyaa warra karaa…
Qondaalli Siyaasaa ABO jaal Battee Urgessa gaafa guraandhala 22/2024 naannoo Booleetti humnoota tikaan qabamee eessa buuteen isaa erga barbaadamaa turee…
Koreen dhoksaa Mummicha Ministeeraatiin hundaa’ee, Obbo Shimallis Abdiisaatiin hogganamu Oromiyaa keessatti ajjeechaa jumlaa, hidhaa murtee seeraa malee fi yakkoota garagaraa…
#walloo…. Fiinxaaleyyiin Amaaraa barsiisota boqonnaaf maatii gaafatanii bakka hojiitti deebi’aa jiran, guraandhala 22/2024 barsiisota 8 dabalatee Oromoota konkolaataa uummataatin imalaa…
A REUTERS INVESTIGATION In Ethiopia, a secret committee orders killings and arrests to crush rebels. Warning: This story contains disturbing…
Oromiyaatti “koreen dhoksaa qondaaltota mootummaa hammate yakkoonni suukanneessaa akka raawwatamaniif ajaja kennaa ture”Routers Naannoo Oromiyaatti koreen dhoksaa qondaaltota mootummaa olaanoo…
waggoota lamaan jiddduutti namoonni 52 raayyaa ittisaatiifi miseensoota humna addaa naannoo Oromiyaatiin seeraan ala ajjeeffamaniiru jechuun KMI gabaase . Humnootiin…
#walloo…. Fiinxaaleyyiin Amaaraa barsiisota boqonnaaf maatii gaafatanii bakka hojiitti deebi’aa jiran, barsiisota 8 dabalatee Oromoota konkolaataa uummataatin imalaa turan Shawaa…
Pirezidantiin Somaaliyaa Hasan Sheek Mohamud Itoophiyaan waliigaltee ulaa galaanaa naannawa addatti baatee of bulchaa jirtu- Somaalilaand, waliin mallatteessite cichitee itti…
Mariin Araaraa Mootummaa #Itiyoophiyaa fi WBO gidduutti akka gaggeeffamu 🇺🇸 USAn gaafatte. Jeequmsi Impaayera Itiyoophiyaa keessatti bakkoota hedduutti adeemaa jiru…