#walloo….
Fiinxaaleyyiin Amaaraa barsiisota boqonnaaf maatii gaafatanii bakka hojiitti deebi’aa jiran, guraandhala 22/2024 barsiisota 8 dabalatee Oromoota konkolaataa uummataatin imalaa turan Shawaa Roobii irratti buusuun ajjeesan Reeffi isaanii maatii isaaniif ergame