Mariin Araaraa WBO fi Mootummaa Itiyoophiyaa gidduutti akka gaggeeffamu USAn gaafatte

Mariin Araaraa Mootummaa #Itiyoophiyaa fi WBO gidduutti akka gaggeeffamu ๐Ÿ‡บ๐Ÿ‡ธ USAn gaafatte.

Jeequmsi Impaayera Itiyoophiyaa keessatti bakkoota hedduutti adeemaa jiru furmaata maayii argachuu akka qabuย  mootummaan USA cimsee gaafateera.

USAtti dubbii himaan gaanfa Afrikaa Ambassador Maayik Hamar MM Itiyoophiyaa Abiyyii waliin akka mariiyatanitti wal dhabdeen Oromiyaa keessatti #WBO waliin adeemaa jiru akkuma TPLf waliin piritoriyaatti fala argatte yeroo gabaabaa keessatti Mariin nagaa fiduuf taasifamu #WBO waliin akka mootummaan Itiyoophiyaa gaggeessu gaafachuun beekame

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *