Qondaalli Siyaasaa ABO jaal Battee Urgessa gaafa guraandhala 22/2024 naannoo Booleetti humnoota tikaan qabamee eessa buuteen isaa erga barbaadamaa turee guyyaa har’aa Guraandhala 25/2024 waajjira Poolisii kutaa bulchinsa Boolee mana hidhaa Garjii “Anbasaa Garajii” jedhamutti hidhamee jiraachuu Sabquunnamtiin ABO jaal Lammii Gammachuu fuula miidiyaa hawaasaa isaanii irratti maxxansanii jiru.
Qondaalli Siyaasaa ABo Jaal Battee Urgeessaa hidhaman
