Abiyyi Ahimed Abbaa Irree ija Ashaboon dhiqatee ummata duratti kijibaan jiraata

#Abiyyi_Ahimed yakkamaa isa dhumaa tahuu namoota nagaa ulkaamsee afaaniin warra bosonaatu nagaa hin barbaadu jedha.

Haal dureen nageenyaa warra karaa nagaa osoo qabsaa’anii seeraan ala hidhamanii jiran hiikuutu dursa. Impaayera Itiyoophiyaa keessa yakkamaan nama hidheetu warri haqa qaban yakkamaa tahee jiraata.

Abbootiin Irree yeroo Mara miidiyaa qabatanii nagaa afaaniin labsaa namoota nagaa ajjeesaa hidhaa barcuma isaanii tiksatu.

Qorannoon tibbana #Routers koree nageenyaa jechuun qondaaltotni pp namoota nagaa ajjeesaa jiraachuu saaxile dhugaa Addunyaatti mul’ise

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *