kaayyoo fi Akeekni WBO ummata Oromoo garbummaa jalaa baasuu fi Oromiyaa Birmadummaa ishee tiksuuf akka tahe Booji’amtootni Waraana Murna Abbaa Irree erga booji’amanii haaromsa fudhatanii dhugaa jiru hubachii ibsan.
Related Posts
Hospitaalli riferaalaa yuuniiversiitii wallaggaa mooraa waraanaa erga ta’ee torban guutuuf deema jedhu jiraattonni magaalaa Naqamtee.
Hospitaalli riferaalaa yuuniiversiitii wallaggaa mooraa waraanaa erga ta’ee torban guutuuf deema jedhu jiraattonni magaalaa Naqamtee. (SQ-Adoolessa 18,2022) Godina Wallagga Bahaa…
Yuunivarsiitii Bulee Horaa keessatti hiriirri mormii geggeeffamaa jira.
Yuunivarsiitii Bulee Horaa keessatti hiriirri mormii geggeeffamaa jira. (SQ-Waxabajji 6, 2022) Barattootni Yuunivarsiitii Bulee Horaa ajjeechaa fi roorroo sirna PP…
Sudaan keesatti wal waraansi akkuma jabaate jira.
Namoottan Hedduun Sudaan Keessaa Baqatan Magaala Matammaa Seenaa Jiru. SQ -Ebla 26/2023 Wal-waraansaa Sudaan keessatti itti fufee jiruu…