#Wallagga_Bahaa‼️ “Humna Mana hiidha keessatti erga dararaa turtee booda ppn mana hidhaa irraa baaste namoota qonnaan bultoota...
Month: February 2025
🔈 #Sagalee Konkolaachiftootaa ”Qaamni nageenyaa eegumsa waan hin gooneef eegdotaaf (Ajjaabotaaf)hanga birrii kuma 2 kaffaluuf dirqamne. “...
Manni Maree Dhaabbilee Hawaasa Siivilii Itiyoophiyaa dhimma USAID irratti mootummaan deeggarsa dippilomaasii akka godhu gaafate Ityoophiyaan duraan...
Hojjettoonni kuma 5 ol waliigaltee isaanii akka addaan citu ajajni kenname. Ministeerri Fayyaa hojjettoota deeggarsa CDC fi...
Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa Qacarrii haaraa dhaabuu beeksise. Ameerikaan Dhaabbata Fayyaa Addunyaa keessaa bahuu ishee erga beeksiftee booda,...
Elon Mask USAID dhaabbata yakkaa “du’uu” qabu jedheera. Leelliftoonni akka jedhanitti, furtuu ijoo US dhiibbaa guddaa uumu...
Taarifni U.S.-Kaanaadaa-Meksikoo Akkamitti Hojjeta? Oomishaalee Maal irratti xiyyeeffata? Bulchiinsi Traamp Dilbata darbe meeshaalee Meksikoo fi Kaanaadaa irraa...