Finfinneefi Asallatti Hordoftoonni Amantaa Muslimaa hiriira mormii geeggeessan

Finfinneefi Asallatti Hordoftoonni Amantaa Muslimaa hiriira mormii geeggeessan

(SQ-Ebla 8,2022)

Tibba kana mootummaan Bilxginnaa Baratoonni Muslimaa Hijaata uffatanii akka mana barumsaa hin dhufne, dallaa mana barnootaa keessattis taโ€™ee isaan ala bahanis Salaata raawwatanii mana barnootatti akka hin deebine murtii jedhu darbarsee ture murtee kana hordofee Guyyaa har’a Ebla 8/2022 Hordoftoonni Amanticha hiriira ba’uun mormii dhageesisa oolun dhagaa’ame.

Hiriiri mormii kun Magaalaa Finfinnee Naannoo Markaatofi Akkasumas Magaalaa Asallaatti namoota hedduun geeggeffama ture jira. Hiriira kanaarratti dhaadannoo adda adda dhageesisa turanirru.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *