Wallaggaa Bahaa Leeqaa Dullachaatti Milishaan Bilxiginnaa Dargaggoota sadii ajjeesun dhaga’ame.

Wallaggaa Bahaa Leeqaa Dullachaatti Milishaan Bilxiginnaa Dargaggoota sadii ajjeesun dhaga’ame.

(SQ-Ebla 1,2023)

Bitootessa 31,2023 galgala Godina Wallagga Bahaa Ona Leeqaa Dullachaa magaalaa Gatamaa jedhamutti, Milishoonni mootummaa paartii Bilxiginnaa badii tokko malee Dargaggoota sadii

1.Koorsaa Fiqaaduu

2.Waasee Tasfaayee fi

3. Tasfaayee kanneen jedhaman ajjeesu maddeen SQtti himan.

Ajjeecha humnoota Bilxiginnaan lammiilee Oromiyaa irratti raawwatuu jabaate itti fufee jira.

 

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *