Qondaali ABO Jaal Gadaa Gabbisaa Dhibee Tiruun Qabamee Rakkachaa Jiraachu Ragaan Qorannoo Isaa Mirkaneessee.

(SQ-Ebla 9,2022)

Guyyaa kaleessaa Ebla 08, 2022 deebii argameen Ragaan qorannoo Hospitaalaa guyyoota 20f taasifame akka mul’isutti jaal Gadaa Gabbisaa Dhibee tiruu gosa HepatitisB๏ธ Viral Positive ta’e sadarkaa baayyee yaaddessaa irra kan jiru tahuu barame.

Haaluma wal fakkatuun, jaallan miseensota, Qondaalotaa fi hoogganoonni AB manneen hidhaa gara garaa keessatti dhibeen akka rakkataa turan, addatti Jaal Battee Urgeessaa dhibee fakkataa Jaal Gadaa kanaan qabamuun yaalamaa akka jiru gabaasaa turuun keenya ni yaadatama.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *