Qeerroon Bilisummaa Oromoo Yuunversiitii Wallaggaa Ebla 15 Guyyaa Gootota Oromoo kabajun Irbuu haaromffatan.
(SQ-Ebla 15,2022)
Qeerroon Bilisummaa Oromoo Yuunversiitii Wallaggaa har’a Ebla 15,2022 Guyyaa Gootota Oromoo sirna ho’aa ta’een kabajun irbuu isaanii haaromffatan.