Shaggar Lixaatti Waraanni Bilxginnaa Mana fi Qabeenya Uummata Gube.
(SQ-Caamsaa 9,2022)
Caamsaa 8,2022 Giddu Gala Oromiyaa Godina Shawaa Lixaa Aanaa Amboo Ganda Haaruu Xirootti Waraanni Faashistii Bilxginnaa Manafi qabeenya Uummata heddu ibiddaan barbadeessuu maddeen SQtti himan.
Waraanni Bilxiginnaa Oromiyaa guutuu keessatti Uummata Oromoo dararuu kan durii caalaa itti fufee jira.