Karrayyuutti Waraanni Bilxiginnaa Hawaas Bulgaa Roobaa ajjeesse.
(SQ-Caamsaa 22,2022)
Haftee Abbootti Gadaa Karrayyuu kan ta’ee Obbo Hawaas Bulgaa Roobaa Caamsaa 21, 2022 galgala waraana Bilxiginnaan Karrayyuutti ajjeefamun dhaga’ame.
Sirna Gadaa Oromoo balleessuuf kan hojjetu Mootummaan Paartii Bilxiginnaa Mudde 1,2022 Abbootti Gadaa Michiillee Jiila irra turan 14 bakka tokkotti jumlaan ajjeessun kan yaadatamudha!