Baankiin Oromiyaa Damee isaa Maqaa Artistifi Qabsa’aa Oromoo Eebbisaa Addunyaattin Moggaase Finfinneetti Bane.

Baankiin Oromiyaa Damee isaa Maqaa Artistifi Qabsa’aa Oromoo Eebbisaa Addunyaattin Moggaase Finfinneetti Bane.

(SQ-Adoolessa 7,2022)

Baankii Oromiyaa Damee isaa haara maqaa Artisti fi Qabsa’aa Oromoo guddicha Eebbisaa Addunyaattin moggaasee har’a Adooless 7,2022 Magaalaa Finfinnee naannoo Jamoo jedhamutti Banu Baankichi fuula Facebook isaa irratti beeksise jira.

Akka Baankichii beeksisetti Maqaa Weellisaa Beekamaa Eebbisaa Addunyaattin Kan Moggaafame Damee Baankiin Oromiyaa Daandii Jamoo tokkoffaa irraa gara Furii geessun Waarshaa Fuullee fulduratti baname hojii eegalu eera.

Baankichi Maqaa goota Oromoo Eebbisaa Addunyaattin maqaa damee isaa moggaasun isaan media hawaasa irratti farfaama jira

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *