Wallagga bahaa Aanaa Limmuutti hidhaan jabaatee itti fufeera.
SQ Adoolessa 28,2022
Aanaa Limmuu gandoota akka Dagam, kooba Taattoofi Mukaarbaa keessatti Gaafa 26/7/2022 baay’inaan geggeeffamaa ooleera.
Itti fufun ammallee hidhaan akka malee deemaa jira.
Uummanni hojii qonnaa dhorkamujn mana hidhaatti guuramaa jira.
1.Bashoo Teekkuu.
2.Darajjee Ulluuqaa.
3.Gammachuu Dheerreessaa.
4.Xaaheer Alamuu
5.Kadijjaa Margaa.
6.Alamii Qana’aafi
7.Geetahuun Abdulqaadir kan jedhamn hidhamaniiru.
Itti fufunis guyyaama kaleessaa Ganda Mukarbaarraa
1. Dammituu Seeqqataa.
2.Hirphaa Ayyaanaa.
3.Amanuu Dassaalee.
4.Gabayee Seeqqataafi
5.Asaffaa Abbaabaa,kan jedhaman qabamuun hidhamanii jiraachuu jiraattonni dubbatu.
Walumaa galatti haalli Aanaan kun keessa jiru haalaan ulfaataafi yaaddessaa ta’aa dhufee jira.