Godina Wallaggaa Bahaa Aanaa Saasiggaatti Haleellaan Xiyyaaraa raawwatame

WallaggaaAmmee❗️

Godina Wallaggaa Bahaa Aanaa Saasiggaatti Haleellaan Xiyyaaraa raawwatame

<Sagalee Qeerroo-Mudde 4/2022>

https://t.me/hordofaa
Godina Wallaggaa Bahaa duguuginsa sanyii finxaaleyyiin amaaraa raawwataa jiranitti quufuu kan dadhabe murni pp aanaa Saasiggaa ganda Badhaasaa Jaarsoo jedhamu keessatti guyyaa har’aa mudde 4/2022 haleellaan qilleensa irraan raawwatamaa jiraachuun lubbuun namoota nagaa badee jira.

Murni afaan qawween aangoo of harkaa qabu fixinsa sanyii finxaaleyyii Amaaraan fayyadamee wallaggaa irratti bifa adda taheen gaggeessaa kan jiru yoo tahu guyyaa har’aa immoo dabalataan haleellaa qilleensa irraa raawwatee jira..

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *