#Shaambuu
Barattootni yuuniversiitii wallaggaa damee shaambuu hiriira mormii sirna pp balaaleffatu gaggeeffamaa jira.
Mudde 13/2022
Warraaqsi jiraachuu fi jiraachuu dhabuu Oromoo mirkaneessu torban 2ffaa isaa barattoota yuuniversiitiin eegale akkuma itti fufetti jira.
Yuuniversiitii wallaggaa damee Shaambuutti hiriirri mormii murna nafx***nyaa sanyii Oromoo lafarraa duguuguuf daangaa cabsee weeraruun Morma muru balaaleffatuu fi Oromoon akka falmatuuf waamicha godhu magaalaa Shaambuutti barattoota yuuniversitiin gaggeeffamaa jira.