Araddaa firri koo rasaasaan dhumatee
gar tokkeen qaama koo Abiddaan gubatee
Aannoolee fi calanqoo Godaannisa duraa
Gurra koon dhagahe harkaaf harma muraa
Godaannisa caalu har’a maal jedhagaa
Morma muramuu immoo ijaanin argekaa.
……………………………………………………………
………………………………………………………….
Walaloo Biqiltuu Waaqsaa