Humni addaa naannoo Amaaraa lola baneenn kaaba Oromiyaa Walloo irratti miidhaa qaqqabsiise.
Amajji 20/2023 irraa eegalew Ummata keenya Walloorratti lola hamaatu adeemaa jira. Oromoon qeyee isaa irratti wareegamaa jira.
Haaluma kanaan guyyoota arfan Amajji 20/2023 irraa kaasee lola humnootiin amaaraa ummata Oromoo walloo irratti bananiin ummatni hedduun wareegameera.
Wareegamtoota Aanaa Jiillee Dhummuugaa Keessatti Humna Addaa Naannoo Amaaraatiin Amajjii 23/2015 Wareegaman
Wareegaamtoota Sadeen Makkannaa
1, Hassan Muusaa Hassan
Wareegaamtoota Warra Abboo
1, Adamee M/d Adam Seekoo
2, Hamadu M/d Alikkoo
3, Adamee M/d Alikkoo
4, Hasan Hammee M/d Umaritoo
5, M/d Aliyyii Anbursaa
6, Umar Adamshaa umar
7, Nuuraa Umar Muussee
8, Hussen Mahammado
9, Abdallaa Jaabir M/d
10, Umar She Alii Hasan
11, Haloo Adee Kuchee
12, Xoohaa Umar M/d
13, Umar M/d Abdallaa
14, Muhee She Ali
Wareegaamtoota Walakkoo
1, Abdallaa Ahimad Ali
2, Abdallaa Umar Abdallaa
3, Aliyyii Umar Mahammad
4, M/d Sayid Umar
5, Abduu
6, Aliyyii Diimaa Arbiyyee
7, Abdallaa Hamad
8, Hamadu Golee Kumsii
9, M/d Golee Kumsii
Wareegaamtoota Garbii Dirree Galmaa (Saargat)
1, She Umar M/d Ahimad Jaarraa
2, Umar Jamaalee
3, M/d Ahimad
4, M/d Abdallaa Qaallichaa
5, Umar Muhee Addallee
Wareegaamtoota Garbii Mudhii Waaccuu
1, Hammee Abbagaar
2, Jaafar Ahimad Muussaa
Wareegaamtoota Goodaa
1, M/d Said fi
2, M/d Ahimad
Wareegaamtoota Baalcii
1, Arbiyyee Awwaluu
2, Hammee Mootii
Wareegaamtoota Wasanqurqur
1, She Aliyyii Hasan
2, Hasan Qaalichaa
3, Muusaa Muhee Muusaa
4, Hasan She Umar
Namni Suurarratti muldhatu kun wareegamtoota warra Baabboo keessaa tokko yoo taโu fuudhee osoo guyyaa 15 hin gahin saba isaatif wareegame.
#OB
#StopOromoGenocide
#OromoLivesMatter