#Oduu_Gaddaa
Barsiisaa yuuniversiitii walqixxee kan turan Taaddesee Abbabaa kan jedhamu qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa qoruuf gara yuuniversiitii Gondar kan deemee ture Faannoon ajjeefamee mormi isaa irraa kutamee gatamuun dhagahame.
#Oduu_Gaddaa
