barattuu Na’iimaa Abdoo

#Boosat

Waraanni murni PP Abiyyiin hogganamu Shaggar Bahaa Boosat keessatti dubartii nagaa Waraana Bilisummaa Oromoo waliin hidhata qabda jechuun ajjeese.
Akka maddeen nuuf himanitti barattuu Na’iimaa Abdoo kan jedhamtu kutaa 12ffaaffaa barachaa kan jirtu Waraanni murna bilxiginnaa WBO waliin hidhata qabda jechuun karaa irraa qabee bakka Aanuma Boosat bakka addaa Soogiddoo jedhamutti rasaasa itti dhukaasuun ajjeesee gatee deemeera

https://t.me/hordofaa

 

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *