Obbolaawwan Hidhabuu Abooteetti Waraana PPn ajjeefaman

#Oduu_Gaddaa

Obbolaawwan Kaaba Shaggaritti Waraana Abbaa Irree Abiyyiin manaa baafamanii ajjeefaman

Kaaba  shagaar Aanaa Hidhabuu Abootee Gandaa Amaara hafxiini keessatti waraanni faashistii Abiyyiin durfamu gaafa guyyaa  18/2/2024 namoota mana jireenyaa isaanii keessaa baasuun rasaasaan ajjeesan.

Namoota ajjeefaman keessaa kan maqaa isaanii arganne kanneen armaan gadiiti:

1, Caalaa Asaffaa Garrii barataa Kutaa 12ffaa baratu Umurii 20

2, Tafarii Asaffaa Garrii Abbaa Ijoollee 4 Umurii 30 obbooleessa Caalaa Asaffaa

3, Tafarii Tashoomaa Warqee barataa Kutaa 12ffaa Umurii 20

4, Araggee Tashoomaa Abbaa ijoolee 5 Umurii 32 obboleessa Tafarii Tashoomaa kan tahan qe’ee isaaniitti manaa gadi baasuun ajjeesaniiru

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *