kaayyoo fi Akeekni WBO ummata Oromoo garbummaa jalaa baasuu fi Oromiyaa Birmadummaa ishee tiksuuf akka tahe Booji’amtootni Waraana Murna Abbaa Irree erga booji’amanii haaromsa fudhatanii dhugaa jiru hubachii ibsan.
Related Posts
Wallaggaa Bahaa Kiiramuutti Faannoon namoota 40 ol ajjeesse.
Wallaggaa Bahaa Kiiramuutti Faannoon namoota 40 ol ajjeesse. (SQ – Onkoloolessa 18,2022) Finxaaleyyiin Amaaraa gareen goolessaa Faannoo jedhaman daangaa Oromiyaa…
Duguuggaa sanyii fi weerara lafaa Oromiyaa irratti raawwatamaa jiru dura dhaabbannee falmachuun mirga uumamaati!
Duguuggaa sanyii fi weerara lafaa Oromiyaa irratti raawwatamaa jiru dura dhaabbannee falmachuun mirga uumamaati! Ibsa Qeerroo Bilisummaa Oromoo Jaarraa 10’ffaa…
Yaadannoo GGO ilaalchisee Ibsa Qeerroo Bilisummaa Oromoo irraa kenname
Ebla 15 GGO yeroo kabajannu Gootota wareegaman yaadachaa kaayyoo fi akeeka isaan irraa kufan galma geesisuuf kan itti irbuu haaromsannudha.…