Wallagga Bahaatti waraanni Abbaa Irree Abiyyi namoota nagaa 15 rashane

#Ajjeechaa_Jumulaa 

“Godina Wallagaa Bahaa Aanaa Sibuu Siree bakka addaa Ganda Lalisaa( Mootoo ) jedhamutti waraanni Abbaa Irree Abiyyi Ahimed namoota nagaa baay’inni isaanii 15 tahan  bakka tokkotti juumlaan rashanuun dhagahame 

Namoota bakka tokkotti koree Nageenyaan rashanaman maqaan isaanii kan arganne:

1, Girmaa Waaqoo

2, Garoomsaa Raggaasaa

3, Garramuu Amantee

4, Galaanaa Garramuu abbaa fi ilma 

5, Tamasgeen Baacaa

6, Birrisa Wadaajoo

7, Gaaddisaa Baay’isaa

8, Asaffaa waaqjira

9, Chuuchuu Fiixee

10, Raggaasaa fiixee obbolaa 

11, Gamulaa fiixee

12, Fiqiruu Raggaasaa kanneen jedhamanidha

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *