Caayaan Utubaa ABO badhaasa Award argate!
Caayaan Utubaa ABO qabsoo Bilisummaa Oromoo kan ABOn hogganamu keessatti ga’ee olaanaa gumaachuu isheetiifย konyaa ABO USA-Minnesootaa irraa beekamtii fi badhaasa Caamsaa 5, 2024 badhaafameera๐.
Caayaan Utubaa ABO erga buโuureffamee eegalee ganna dhoqqeen, bona hongeen, halkaniif guyyaa, utuu hin nuffiin ABO utubuudhaan qooda isheen gumaachite guddaa tahus Miseensotni ABOย konyaa USA-Minnesota badhaasa galataa Caayaa kanaaf kennaniiru.๐
Injiffannoon kan Uummata Oromoo ti๐ช
Caamsaa 5, 2024