Finfinnee keessatti waardiyootni Hoteela fi Baankii hojii basaasummaa akka hojjetan dirqamni itti kenname.
Magaalaa Finfinnee keessatti guyyaa Hagayya 27/2025 irraa eegaluun guutummaa magaalittii keessatti waardiyyoota mana bank dabalatee gamoo dhuunfaafi dhaabbilee garaagaraa eegan…