“Uummanni meeshaa miti amma eeboo gaariilleen manaa hin qabu. Faannoon hidhatanii waan jiraniif raayyaa ittisaas, warra bosonaas ni rukutu
“Kuma 700 galchinee obboleessa keenya lakkisiifanne;Baankii ACCOUNT sun Bahirdaaritt banama Maqaan isaas suuraa nama sanaan ni jira ilaalleerra”. Maatii miidhamtootaa…