Skip to content

  • About
  • Contact Us
  • Ejjannoo
  • Home

Author: sqeerroo

Ummata keenya keessa teenyee ummata keenyaaf hojjenna!
Humni Finxaaleyyii Faannoo W/Bahaa Magaalaa Angar Guutee irratti tarkaanfii fudhachuuf marsee jiraachuun dhagahame
Uncategorized

Humni Finxaaleyyii Faannoo W/Bahaa Magaalaa Angar Guutee irratti tarkaanfii fudhachuuf marsee jiraachuun dhagahame

sqeerrooAugust 31, 2025August 31, 2025

Gochi suukkanneessaafi daguuggaa sanyii tibbana Aanaa Abee Dongorootti uummata Oromoorratti raawwatame ammas dabalataan Magaalaa Angar Guuteetti raawwatamuuf akka jiru namoonni…

Finfinnee waajjira Bulchinsaa fi Nageenya MNOtti iyyatnee qaama nu dubbisu dhabuun keenya wareegamaaf nu saaxile jedhan Jiraattotni G/H/G/Wallaggaa
Uncategorized

Finfinnee waajjira Bulchinsaa fi Nageenya MNOtti iyyatnee qaama nu dubbisu dhabuun keenya wareegamaaf nu saaxile jedhan Jiraattotni G/H/G/Wallaggaa

sqeerrooAugust 31, 2025

Rakkoo Nageenyaa isaan mudatuuf gara Qaama Olaanaa Finfinneetti iyyatan illee deebii dhabanii ajjeechaan hiree taateef. Hagayya 29/2025 ykn 23/12/2017 G/H/G/Wallaggaa…

Humnootiin Finxaaleyyii Amaaraa Faannoo H/G/Wallaggaa Abee Dongorootti ummata nagaa namoota 26 ajjeesuun qabeenyaa saamanii deeman.
Uncategorized

Humnootiin Finxaaleyyii Amaaraa Faannoo H/G/Wallaggaa Abee Dongorootti ummata nagaa namoota 26 ajjeesuun qabeenyaa saamanii deeman.

sqeerrooAugust 29, 2025

Yakka Duguuggaa Sanyii finxaaleyyii Amaaraa Mootummaan hundoofte  Ummata nagaa jumulaan ajjeesuun qabeenyaa isaanii saamte.  Godina Horroo Guduruu Wallaggaa Aanaa Abee…

Liyyuu Haayiliin Somaalee Alshabaab waliin tahuun Lola daangaa babal’ifannaa Moyyaaleen taasisaan jiraniin ummata irratti miidhaa qaqqabsiisan
Uncategorized

Liyyuu Haayiliin Somaalee Alshabaab waliin tahuun Lola daangaa babal’ifannaa Moyyaaleen taasisaan jiraniin ummata irratti miidhaa qaqqabsiisan

sqeerrooAugust 29, 2025

Liyyuu Hayiliin Soomalee Alshabab waliin ta’uun Daangaa Oromiyaa gama Moyyaaleen lola bananii jiru. Baatii tokko dura Mootummaan Naannoo Soomalee lafa…

Finfinnee keessatti waardiyootni Hoteela fi Baankii hojii basaasummaa akka hojjetan dirqamni itti kenname.
Uncategorized

Finfinnee keessatti waardiyootni Hoteela fi Baankii hojii basaasummaa akka hojjetan dirqamni itti kenname.

sqeerrooAugust 28, 2025

Magaalaa Finfinnee keessatti guyyaa Hagayya 27/2025 irraa  eegaluun guutummaa magaalittii keessatti waardiyyoota mana bank dabalatee gamoo dhuunfaafi dhaabbilee garaagaraa eegan…

Embassy Itiyoophiyaa keeniyaa jiru Ibsa gammachuu lafa daangaa Oromiyaa gama Moyyaalee jiru Somaaleef kennuu ilaalchisee har’a baase fuula FB isaa irraa haqe.
Uncategorized

Embassy Itiyoophiyaa keeniyaa jiru Ibsa gammachuu lafa daangaa Oromiyaa gama Moyyaalee jiru Somaaleef kennuu ilaalchisee har’a baase fuula FB isaa irraa haqe.

sqeerrooAugust 19, 2025

Ibsa gammachuu Mootummaa Itoophiyaa dhimma lafa Oromiyaa #Moyyaalee kite Naannoo Somaaleef kenname ilaalchisee karaa Embaasii isaa Nairobi keniyaa jiruun Ibsa…

Itiyoophiyaa fi Oromiyaa maal wal irraa argatu?
Uncategorized

Itiyoophiyaa fi Oromiyaa maal wal irraa argatu?

sqeerrooAugust 17, 2025

“Ethiopia fi Oromia  Ispeen fi kaatalooniyaa! “Qabsoon walabummaa Kaatalonotaa sadarkaa qabsoo irra darbee kubbaa miilaa keessatti illee hanga ammaatti lubbuu…

Gabaasi Ministeera Dhimma Alaa Yuunaayitid Isteetis, miseensotni Raayya Ittisa Biyyaa Itoophiyaa, Loltoonni Eertiraa fi Amaaraa yakka sarbiinsa mirga namoomaa hamaa raawwachuu Saaxile
Uncategorized

Gabaasi Ministeera Dhimma Alaa Yuunaayitid Isteetis, miseensotni Raayya Ittisa Biyyaa Itoophiyaa, Loltoonni Eertiraa fi Amaaraa yakka sarbiinsa mirga namoomaa hamaa raawwachuu Saaxile

sqeerrooAugust 13, 2025August 13, 2025

Gabaasi Ministeera Dhimma Alaa Yuunaayitid Isteetis  qabiinsa mirga namoomaa irratti waggaa waggaan bahu kan bara 2024 ifoome, Itoophiyaa keessatti sarbiinsi…

Daba Siyaasaan Daangaa Oromiyaa Dabarfamee Kennamu Hin Eeyyamnu!
Uncategorized

Daba Siyaasaan Daangaa Oromiyaa Dabarfamee Kennamu Hin Eeyyamnu!

sqeerrooJuly 27, 2025July 27, 2025

Daba Siyaasaan Daangaa Oromiyaa Dabarfamee Kennamu Hin Eeyyamnu! Ijoo Dubbii-ABO Qe’een Oromoon bara baraan irra jiraataa turee fi jiru lafa…

Ibsa Gaddaa Addaa Bilisummaa Oromoo – ABO, Du’aan boqochuu Jaal Kumsaa Buraayyuu ilaalchisee bahe
Uncategorized

Ibsa Gaddaa Addaa Bilisummaa Oromoo – ABO, Du’aan boqochuu Jaal Kumsaa Buraayyuu ilaalchisee bahe

sqeerrooJuly 16, 2025July 16, 2025

Qabsaawaa, barreessaa fi gaazexeessaa kan tahe Jaal Kumsaa Buraayyuu of biraa dhabuun gadda guddaa dha. Ibsa Gaddaa Addaa Bilisummaa Oromoo…

Posts navigation

Older posts
Newer posts

Archives

  • April 2026
  • January 2026
  • December 2025
  • November 2025
  • October 2025
  • September 2025
  • August 2025
  • July 2025
  • June 2025
  • May 2025
  • April 2025
  • March 2025
  • February 2025
  • January 2025
  • December 2024
  • November 2024
  • October 2024
  • September 2024
  • August 2024
  • July 2024
  • June 2024
  • May 2024
  • April 2024
  • March 2024
  • February 2024
  • January 2024
  • December 2023
  • November 2023
  • October 2023
  • September 2023
  • August 2023
  • July 2023
  • June 2023
  • May 2023
  • April 2023
  • March 2023
  • February 2023
  • January 2023
  • December 2022
  • November 2022
  • October 2022
  • September 2022
  • August 2022
  • July 2022
  • June 2022
  • May 2022
  • April 2022
  • March 2022
  • February 2022
  • March 2020
  • January 2020

Categories

  • Business
  • Economy
  • Fashion
  • Food
  • Health
  • Lifestyle
  • News
  • Sports
  • Tech
  • Travel
  • Uncategorized
  • Western
  • World
  • Yoga

Useful Links

  • Log in
  • Entries feed
  • Comments feed
  • WordPress.org

Copyright © 2026 | Ace News by Ascendoor | Powered by WordPress.