Ibsa Gaddaa Adda Bilisummaa Oromoo – ABO
Hayyuun Oromoo Bara Jireenya Isaanii Guutuu Qabsoo Oromoof Qooda Guddaa Kennaa, Oromummaa Ijaaruuf Ifaajjaa turan Dr.Moggaa Firrisaa Du’aan Of Biraa…
Hayyuun Oromoo Bara Jireenya Isaanii Guutuu Qabsoo Oromoof Qooda Guddaa Kennaa, Oromummaa Ijaaruuf Ifaajjaa turan Dr.Moggaa Firrisaa Du’aan Of Biraa…
Murtii fi Kutannoolee Walgahii 3ffaa GS ABO Adoolessa 8, 2025 Gumiin Sabaa ABO walgahii isaa dhaabbataa 3ffaa kan Adoolessa 7…
Har’i Yaadannoo Waggaa 5ffaa Wallisaa fi Qabsa’aan Oromoo Art.Hacaaluu Hundeessaa Itti Ajjeefamee dha. Haqni Hacaaluu Waggoota 5f ukkaamfamee jirus mul’atuu…
Sirni Gadaa Madda Dimokiraasii Ammayyaa Gaaddisa Marii fi Marabbaa Oromoon Makkoo fi Rakkoo Isaa Keessatti Mari’atuu dha. Ijoo Dubbii -ABO…
Waamicha lammummaa sab-boontota Oromoo hundaaf Waajjirri ABO Wiirtuu (Gullallee) waggoota shaniin booda, Waxabajjii 09, 2025 dhaabichaaf deebi’uu ABOn ibsee jira.…
Waajjirri ABO Gullallee Dhaabichaaf Deebi’e Waxabajjii 09, 2025 guyyaa har’aa ABOn ifatti (officially) Waajjira isaa Wiirtuu (Gullallee) bakka Hoogganootni Gumii…
Odeessa_Hidhaa! [SBO-Caamsaa 20, 2025] Miseensota Adda Bilisummaa Oromoo (ABO) Adamsuun Akkuma Itti Fufetti Jira. Guyyaa har’aa Caamsaa 20, 2025 Qondaala…
“Dhimmi ogeessota fayyaa sadarkaa yaaddessaa irra gaheera” – waldaa Narsoota Itiyoophiyaa Dhimmi ogeessota fayyaa sadarkaa yaaddessaa irra akka gahe Waldaan…
‘Sadarkaa hammaataarra gahuu dura atattamaan falli haa kennamu’ – Waldaa Hakiimota Itoophiyaa. Waldaan Hakiimota Itoophiyaa duula ogeeyyiin fayyaa gaggeeessaa jiran…
Jiraattonni magaalaa Amuruu ijoolleen isaanii hidhattootatti makaman, manni isaanii humnoota nageenyaatiin gubataa jira‼️ Godina Horroo Guduruuu Wallaggaa aanaa Amuruutti manni…