Waggaa 28 Magaalaa Danbi Doollootti Siidaan yaadannoo ijaarameef Wellisaa Eebbisaa Addunyaaf
Waggaa 28 booda Siidaan Wellisaa Eebbisaa Addunyaa bakka dhaloota isaatti hojjetameef ! Seenaa qabsoo Oromoo keessatti qooda guddaa kan qabu…
Waggaa 28 booda Siidaan Wellisaa Eebbisaa Addunyaa bakka dhaloota isaatti hojjetameef ! Seenaa qabsoo Oromoo keessatti qooda guddaa kan qabu…
KFO’n miseensotaafi hooggantoota isaa irratti ajjeechaafi hidhaan raawwatamaa jiraachuu ibse. Ajjeechaafi hidhaan taasifamaa jiru sadarkaa seera dhabeessummaan irra ga’e mul’isa…
Waraanni pp Qarshii kennuuf didan jennaan rasaasaan rukutanii du’eera jedhanii deeman Godina Shaggar lixaa magaalaa Baakkootti Nama Dinqaa Olaanaa jedhamu…
Nuyi humna nageenyaati; yakkaan barbaadamtu” jechuun diorsisanii Namoonni dhuunfaa hogganaa buufata gaazaa Nok irraa maallaqa saaman” Dhaddachi yakkaa Mana Murtii…
“Hidhannoon guutummaa guutuutti hiikkachuun kan dandahamu nageenyi Tigiraay yoo mirkanaaye qofa” obbo Iyyaasuu Tesfaayee. “Hidhannoo guutummaatti hiikkachuun kan ta’u gaafa…
The intensification of killing, arrest and kidnapping of our leadership and members does not deter us from our nonviolent struggle;…
Barsiisa fi barataa PHD Shamanii Beenyaa waahila ykn “minzee” J Battee Urgeessati. Qabsaa’aa gameessa, miseensa Koree GG fi hoggansa olaanaa…
Gamtaa gareewwan abukaatoo fi mirga namoomaa Oromoo ajjeechaan Battee Urgeessaa akka qoratamu gaafate Gamtaa Gareewwan Abukaatoo fi Mirga Namoomaa Oromoo ajjeechaa “nama…
Miseensonni hawaasa Oromoo naannoo Washingitenii fi naannoo ishee keessa jiraatan kaleessa Ministeera Dhimma Alaa Yunaayitid Isteetis fuulduratti ajjeechaa seeraan ala…
Gaggeessitoota ABO Shinnigatti dhumaniifi Ebli 15 ‘Guyyaa Goototaa’ jedhamuun yaadataman keessaa tokko kan ta’e Abboomaa Mitikkuu (Abbaa Xiiqii) eenyu? Abboomaa…