Humni waraanaa naannoo somaalee Cinaaksanitti dhukaasa baneen lubbuu namoota 3 galaafate.
Harargee Bahaa Cinaaksanitti Humni hidhate kan naannoo Somaalee dhukaasa baneen lubbuu namoota 3 galaafate. Bitootessa 9/2023 Godina Harargee Bahaa…
Harargee Bahaa Cinaaksanitti Humni hidhate kan naannoo Somaalee dhukaasa baneen lubbuu namoota 3 galaafate. Bitootessa 9/2023 Godina Harargee Bahaa…
O Booranatti namoonni 800,000 ol ta’aan gargaarsa nyaataa barbaadu, horiin miiliyoona 3.3 ol ta’an dhumaniiru (Suuraa: Kominikeeshinii Zoonii Booranaa) Finfinnee…
Sirni adeemsa walharkaa fuudhinsa Baallii Abbaa Gadaa Ituu Odaa Bultumtti sirnoota garagaraan gaggeeffamee. Bitootessa 9/2023 Akka Waajjira Kominikeeshinii Godina…
Humni Qilleensaa Mootummaa Paartii Bilxiginnaa Shawaa Lixaa Daannootti uummata nagaa irratti haleellla qilleensaa raawwachuun dhaga’ame. SQ-Bitootessa 9,2023 Godina Shawaa…
Bitootessa 8 Guyyaa Dubartootaa Ilaalchisee – Ijoo Dubbii ABO Har’i Bitootessa 8 (March 8 Guyyaa Dubartoota Addunyaa ti. Dubartoonni jireenya…
Oromootu isaan dagate malee isaan ammallee bakka hamtuu jiraatanis Oromoo fi Oromiyaa hin daganne! Qabsaawotni kunneen nyaataa fi bishaan namni…
[ Album ] Hogganoonni ABO mana hidhaa jiran uummata Booranaaf maallaqa gumaachan. Mana hidhaa magaalaa Buraayyuu kan jiran hogganoonni ABO…
Du’aan Boqachuu Miseensa Buleessa Adda Bilisummaa Oromoo (ABO) Jaal Qannoo Shiboo Ijoo Dubbii ABO – Bitootessa 03, 2023 Jaal Qannoo…
Paartileen mormitoota 10 adeemsa marii biyyolessaa irratti ibsa karaa komishinii marii biyyoolessaa kenname morman. (SQ-Bitootessa 2,2023) Tibbana itti aanaan komishinii…
Paartileen mormitoota 10 adeemsa marii biyyolessaa irratti ibsa karaa komishinii marii biyyoolessaa kenname morman. (SQ-Bitootessa 2,2023) Tibbana itti aanaan komishinii…