IOWO letter to UNESCO-pdf August 28, 2022 UNESCO World Heritage Center Paris, France Dear Sir/Madam, We are...
sqeerroo
Ummata keenya keessa teenyee ummata keenyaaf hojjenna!
Godina Horro Guduruu Wallagga aanaa Amuruutti gandoonni 16 humnoota shororkeessitootaa Faannootiin qabamuun dhagahame. (SQ-Hagayya 27,2022) Haleellaa shororkeessitootni...
(SQ-Hagayya 27,2022) Waraanni Bilxiginnaa kutaalee Oromiyaa garaa garaa keessatti, badii tokko malee ilmaan Oromoo mana hidhaatti...
Loli Kaaba ItoophiyaaTPLF fi Mootummaa Bilxiginnaa babal’atee itti fufuun ibsame. (SQ-Hagayya 27,2022) Maddeen garaagaraa akka gabaasanitti walwaraansi...
maqaleeti Haleellaa qilleensa raawwtee (SQ-Hagayya 26,2022) Magaala Maqalee keessatti haleellaa qilleensarraa raawwatamuu hordofee mootummaan ibsa baaseen naannolee...
Waraanni Bilxiginnaa Aartist Falmataa Kabbadaa Hidhuun dhagaham. (SQ-Hagayya 26,2022) Waraanni Bilxiginnaa Aartist falmataa Kabbadaa hidhuun dhaga’ame. Mootummaan...
Miseesonni ABO Kutaa Biyyaa Kanaadaa Kora waggaa geeggeefachuun ibsa ejjennoo qabxii 10 qabu baasan.
Miseesonni ABO Kutaa Biyyaa Kanaadaa Kora waggaa geeggeefachuun ibsa ejjennoo qabxii 10 qabu baasan.
Miseesonni ABO Kutaa Biyyaa Kanaadaa Kora waggaa geeggeefachuun ibsa ejjennoo qabxii 10 qabu baasan. (SQ-Hagayya 25,2022) Nuti...
Qellem Wallaggaatti waraanni Bilxiginnaa shamarree tokko gudeedduufi namoota jumlaan hidhun dhaga’ame. (SQ-Hagayya 24,2022) waraanni faashistii Bilxiginnaa Hagayya...
(SQ-Hagayya 24,2022) Hagayya 20/2022 tarkanfii Waraanni Bilisummaa Oromoo aanaa Ambootti waraana Bilxiginnaa irratti fudhatee hordofuun waraanni Bilxiginnaa...
Godina Wallagga Bahaatti Waraanni Mootummaa dargaggoo tokko manaa jireenya isaa keessaa baasuun Lubbuu balleessuun gatan. (SQ-Hagayya 24,2022)...