Barsiisota Goda addaa Walloo 30 tahan humni Faannoo Amaaraa ukkaamsan

 

Barsiisoota Godina addaa Walloo barsiisaa turan guyyaa 15/5/2015 Boqonnaa simiisteeraaf gara Oromiyaa osoo deemanii keellaa shawaaroobit irratti waraana humna addaa Amaaraan butamanii ukkamsanii jiru.

በወሎ ልዩ ዞን መምህራን የነበሩ አስተማሪዎች ለሴምስተር እረፍት ወደየቤተሰቦቻቸው እየሄዱ በነበረበት ወቅት
በ 15/5/2015 በሸዋሮቢት ኬላ ላይ በአማራ ክልል ልዩ ሀይሎች ታፍነው አሁን ድረስ የት እንዳደረሷቸው ያልታወቀ መምህራን…

1,Tashooma Daamisoo
2,Dajanee Abarraa
3,Adam Hirphoo
4,Ayaantuu Tulluu
5,Gannetii Habtaamuu
6,Lammeessa Taaddasaa
7,Hussen Adam
8,korsaa lachisaa
9,Eebbisaa mootii
10,Siraaji Jamaal
11,Daani’el
12,Jamaal Tunaa
13,Gammachis Tolaa
14,Lalistuu Bulti
15,Ayyaana lataa
16,Waaqgaarii olkaalaa
17,Hayiluu Daggaffa
18,Geetachoo Gurmuu
19,Dabali Wakeena
20,Bushuura Abdallaa
21,Nashiir Gammadoo
22,Abduukarii mahammad
23,Geetuu Girmoosaa
24,lammii Imiiruu
25,Jamaal Qabatoo
26,Ilfiinsh Ittafaa
27,Tasfayee Ayyalee
28,kafalaa Jabaree
29,Birhaanu Nagash
30,Gaddisaa maaramaa

Source: Gumaa Saqqataa Gem
🙏

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *