Artist Zarihuun Wadaajoo yaala irra osoo jiranii lubbuun isaa darbe

Artist Zarihuun wadaajoo dhukkubsatee Biyya Hindiitti yaala irra osoo jiruu lubbuun darbe.

 

Ebla 23/2023

Lubbuun turrus eenyu iyyuu du’a irraa kan hafu hin jiru.

Dhukkubsatanii dawaan fayyuu dandahu yoo hin fayyine garuu Duuti garuu dawaa hin qabu.

Hangam lafa kana irra jiraannus Yaaliin fedhe du’a irraa nama hin hanbisu.
Qabsaa’aanii fi Artist Oromoo jaallatamaan Zarihuun wadaajoo yaalii yeroo dheeraa booda kaleessa galgala Ebla 22/2023 yaalaarra osoo jiruu Biyya Hindiittu lubbuun isaa darbeera.

Maatiifi hawaasa inni falmaafii ture dabalatee jaallattootni Aartii Rabbi obsa jajjabina isiniif haakennuu!

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *