Jaarmiyaan QBO Miidhamtoota Ilmaan Oromoo Walloo Magaalaa Adaamaa jiran gaafachuun jajjabeesse

Magaalaa Adaamaatti Jaarmiyaan Qeerroo Bilisummaa Oromoo Ayyaana Eid Mubarak sababeeffachuun ilmaan Oromoo Walloo miidhamanii jiran gaafatan.
(SQ-Ebla 22/2023)
Guyyaa har’aa Qeerroo fi Qarreen Adaamaa Eid al-fixar Sababeeffachuun gootawwan walloo sababa lola humni addaa naannoo Amaaraa irratti banee miidhamaniin madaa’anii magaalaa Adaamaa keessa jiran qaamaan bira dhaqanii Ziiyarun Waan Eida al fixir tahuuf hamma humna isaanii bira dhaabbatanii jiru.
Hojii Qeerroo fi Qarreen Adaamaa hojjetan kan baay’ee sabboonummaan guutamee fi quuqama sabummaa namatti hoorudha.
Qeerroon Keenya Baay’eeย Galatoomaa!!

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *