Qondaalli Siyaasaa ABO Jaal Battee Urgeessaa Humnoota waraanaa PPn ajjeefaman
Addi Bilisummaa Oromoo Ajjeechaa Miseensa isaa Jaal Battee Urgeessaa irratti raawwatame gadi-jabeessee Balaaleffata Ibsa ABO Hatattamaa, Ebla 10, 2024 Har’a…
Addi Bilisummaa Oromoo Ajjeechaa Miseensa isaa Jaal Battee Urgeessaa irratti raawwatame gadi-jabeessee Balaaleffata Ibsa ABO Hatattamaa, Ebla 10, 2024 Har’a…
Yakki Waraanaa, Aangoo Siyaasaa Afaan Qawween Dhuunfatan Afaan Qawween Tikfachuuf Jecha Mootummaa PPn Ummata Nagaa Irratti Raawwatamu Kan Daangaa Darbee…
Waliigaltee Itoophiyaan Somaalilaand waliin dhimma ulaa galaanaan waliigalan walqabateen Somaaliyaan ambaasaaddar Itoophiyaa ari’un gabaafame. Dabalataan, waajjira qontsilaa Puntilaandiifi waajjiraalee qontsilaa…
ABO fi KFO dabalatee paartiileen mormitootaa 16 tahan marii MM Itiyoophiyaa Abbaan Irree Abiyyi Ahimed paartiilee mormitootaa waliin taasisuuf waamicha…
Lafti qonnaan bultoota Oromoo magaalaa Finfinnee har’allee qaamota wal ijaaraniin saamamaa jiraachuu kanneen lafti isaanii jalaa saamame yeroo namoota amantii…
Mootummaan shakkamtoota irra deddeebin hidhuurra furmaata waaraa barbaaduun fala gaaridha jechuun KMNI ibse. Komishinin Mirga Namoomaa Itiyoophiyaa Ibsa har’a baaseen…
”Qarshii miiliyoona ja’a” erga kanfalame booda Namoonni 280 ol osoo hojiif gara Hidha Abbayyaa deemanii Faannoon butaman gadhiifaman. Namoonni osoo…
#Walloo Lafa keenya irraa deemaa, lafti kun keenya, wanti godina addaa jedhamu hin jiru” humnoota Faannoo Aanaa Jiillee Dhummuugaatti haleellaa…
IMG_3392 IMG_3402 IMG_3407 IMG_3449 Ummatni Oromoo Walloo duula sanyii duguuggaa irratti banameen hedduun miidhamee Magaalaa Adaamaatti hospitaala keessatti yaalamaa jiru.…
”Qarshii miiliyoona ja’a” erga kanfalame booda Namoonni 280 ol osoo hojiif gara Hidha Abbayyaa deemanii Faannoon butaman gadhiifaman. Namoonni osoo…