Iraan haleellaa haaloo ba’uuf diroonii gara Israa’elitti furguggifte. Iraan Dilbata galgala naannoo ishee irraa gara Israa’elitti diroonii...
Uncategorized
Biyyoonni Addunyaa 17 Mootummaan Itiyoophiyaan Nageenya Uummataa Mirkaneessuuf Akka Hojjetu Waaamicha Dhiheessan Konfiraansii mirga namoomaa torbaan dhufu...
Du’e Jaalle Battee irratti Ibsa Hogganoota, Qondaalotaa fi Miseensota ABO Kibba-baha Oromiyaa Nuti Hogganootni, Qondaalotni, Miseensotnii fi...
Hogganootni, miseensotnii fi deggertootni dhaabota adda addaa akkasumas sab-boontotnii fi ummatni Oromoo maatii Jaal Battee Urgeessaa qaamaan...
Rasaasni Jaal Battee Urgeessaa ajjeese malee kaayyoo fi Akeeka isaa hin ajjeesu! Ibsa Qeerroo Bilisummaa Oromoo...
Qabsaa’aa mirga namaa kan tahee fi Qondaala Siyaasaa ABO Jaal Battee Urgeessaa guyyaa har’aa Ebla 10/2024 bakka...
Seenaa Gabaabaa Jaal Battee Urgeessaa Bulaa (1978-2024) Jaal Battee Urgeessaa Bulaa godina Shawaa Bahaa aanaa Dugdaa Ganda...
Homaa Oromootti hin qusanne . Sabaafi eennyummaa ofiif ni qabsaa’u jennaan qabsoofte. Ni hidhamuuf jennaan hidhamtee dararamte...
Jaal Battee ajjeesanii #Network balleessan! Ajjeefamuun jaal Battee Urgeessaa akkuma dhagahameen #Networkiin magaalaa Maqii fi Naannoo ishee...
Addi Bilisummaa Oromoo Ajjeechaa Miseensa isaa Jaal Battee Urgeessaa irratti raawwatame gadi-jabeessee Balaaleffata Ibsa ABO Hatattamaa, Ebla...