Shaggar Kibba Lixaatti Abbaa Phaaphaasii Saawiroosiin M/Barumsaa ijaaramuuf dhagaan bu’uuraa kaayame
Lallaba Biyyaa Go/sh/kibba lixaatti B/M/walisoo keessatti Mana Barumsaa Oolmaa Daa’immanii hanga sadarkaa 1ffaatti akka ijaaramuuf yaadameef Abbaa Phaaphaasii La/B/go/sh/kibba lixaa…