Waraani PP Ilmaan Oromoo bakkoota hedduutti adamsee lubbuu balleessuu itti fufe
Waraani PP Ilmaan Oromoo bakkoota hedduutti adamsee lubbuu balleessuu itti fufe. (SQ Onko 13,2022) Badii fi gaaffii tokko malee, lammiiwwan…
Waraani PP Ilmaan Oromoo bakkoota hedduutti adamsee lubbuu balleessuu itti fufe. (SQ Onko 13,2022) Badii fi gaaffii tokko malee, lammiiwwan…
ABO’n ajjeechaa sukkanneessaa Hogganoota isaa irratti raawwatamu cimaee balaaleffata. Ajjeechaa Miseensa GS-ABO Jaal Mooโibon Baqqalaa irratti Ibsa Adda Bilisummaa…
Reeffi Miseensa GS-ABO jaal Mo’iboon Baqqalaa gara magaalaa Naqamteetti ergame. (SQ-Onkoloolessa 13,2022) Miseensa GS-ABO J/Mo’iboon Baqqalaa Onkoloolessa 12,2022 kaleessa galgala…
Oromiyaatti namoonni kuma 225 ol taโan godinaalee shan keessa sababa hongeetiin yoo buqqaโan, Namoonni walakkaa miliyoonaa taโan ammoo godinaalee Wallaggaa,…
Giddaa Ayyaanaatti Waldhabdee Faannoofi Milishoota Oromiyaa gidduutti uumamen Milishoonni 6 ajjeefamun 3 madaa’un dhaga’ame. (SQ-Onkoloolessa 12,2022) Onkoloolessa 9,2022 Godina Wallaggaa…
Humnoonni nageenyaa mootummaa hayyuu Oromoo Alamaayyoo Diroo hidhanii mirga mana murtiitti dhiyaachuusaa sarban. (SQ – Onkoloolessa 11,2022) Humnoonni nageenyaa mootummaa…
Paarlaamaan Gamtaa Awuroppaa Itoophiyaa irra qoqqobbiin bittaa meeshaalee waraanaa akka kaa’amuuf wixinee qopheesse. (SQ-Onkoloolessa 10,2022) Waraana kaaba biyyattiitti godhama jiru…
๐๐ก๐จ๐ซ๐จ๐ซ๐ค๐๐๐ฌ๐ฌ๐ข๐ญ๐จ๐จ๐ญ๐ง๐ข ๐ ๐๐๐ง๐ง๐จ๐จ ๐๐ข ๐๐ข๐๐ก๐๐ญ๐ญ๐จ๐จ๐ญ๐ง๐ข ๐๐จ๐จ๐ญ๐ฎ๐ฆ๐ฆ๐๐ ๐๐๐ฅ๐ข๐ข๐ง ๐๐ก๐๐๐๐๐๐ญ๐๐ง๐ข๐ข ๐๐ข๐ซ๐๐ง ๐๐จ๐๐ข๐ง๐ ๐๐๐ฅ๐ฅ๐๐ ๐ ๐ ๐๐๐ก๐๐ ๐๐ง๐ ๐๐ข๐๐๐๐ ๐๐ฒ๐ฒ๐๐๐ง๐๐ ๐๐๐๐ฌ๐ฌ๐๐ญ๐ญ๐ข ๐๐ฎ๐๐๐ฎ๐ฎ ๐๐๐ฆ๐ฆ๐ข๐ข๐ฅ๐๐ ๐๐๐ ๐๐ ๐๐๐ฅ๐๐๐๐๐ญ๐๐ง (SQ-Onkoloolessa…
Warraa Jaarsootti Waraanni Bilxiginnaa nama tokko ajjeesse. (SQ-Onkoloolessa 9,2022) Godina Shawaa Kaabaa Aanaa Warraa Jaarsoo ganda Walee Cilaallo keessatti Onkoloolessa…
Shawaa Lixaatti Waraanni Bilxiginnaa dargaggoo tokko ajjeese. (SQ-Onkoloolessa 8,2022) Onkoloolessa 1,2022 Waraanni faashistii Bilxiginnaa Godina Shawaa lixaa aanaa Cobii ganda…