Halagaan hanga Oromiyaan geessu hubatanii siyaasaa Oromoo keessaa yoo hin galin nagaan hin jiru.

Halagaan hanga Oromiyaan geessu hubatanii siyaasaa Oromoo keessaa yoo hin galin nagaan hin jiru.

Muddee 3-12-2023.

Galma siyaasaa of dandahaa tahe tokko akka ardii Afrikaatti ijaaruuf akka Oromiyaatti ulaagaan guutamuu qabu qaamoleen dhimmi SIRNA GADAA isaan ilaallatuuf Oromiyaan harka isaanii galuun fardiidha.

Oromoon maxxantummaa ilaalcha siyaasaa warra dhihaa qaban hanga Oromiyaan geessu waan hin beekneef tikfamuu itoophiyaa keessaa waan Oromoon dantaa keessa qabu itti fakkaachuu dandaha.

Dantaan Oromoo fi Oromiyaa baraaramuu itiophiyaa keessa akka hin jirre Oromoo caalaa halagaan sirriitti waan beekuuf warra hooggana sirrii tahe dhiisanii fakkeessitoota gahee olaanaa hin qabne qabatanii burjaajii uumuuf ijibbaataa,turan..

Haalli nageenya waliigalaa kan SIRNA GADAAtiin mirkanaahu abbaa dhimmi ilaallatuun lafa qabsiisuuf abbootii gadaa gadaan balfe qabatanii ijibbaatni bara wayyaanee guddittii dadhabame bara wayyaanoota xixiqqoo (pp) milkaahuu hin dandahu.

Galatoomaa, ulfaadhaa, horaa bulaa deebanaa.
Dungoo Siyaasaa.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *