Itoophiyaan biyyoota Afrikaa qaala’iinsa jireenyaa hamaa qaban 8 keessaa 3ffaa taate

Itoophiyaan biyyoota Afrikaa qaala’iinsa jireenyaa hamaa qaban 8 keessaa 3ffaa taate

(SQ-Ebla 23,2022)

Akka Biizinas Insaayider biyyoota Afrikaa saddeet qaala’iinsi jireenyaa hamaan keessatti mula’ataa jiru tarreessetti Itoophiyaan Sudaani fi Zimbaabuwee kan qaal’aiinsi jireenya isaanii baatii gurraandhalaa 258.40% fi 66.1% turetti aanuun sadarkaa 3ffaa irratti argamti.

“Qaala’iinsi jireenyaa Itoophiyaa baatii Guraandhalaa bara 2022, dhibbentaa 33.6 ture baatii Bitootessaatti 34.7% guddateera. Kunis akka ragaa Tireedingi Ekkonoomiksi, Damee Qonnaa Ameerikaa dabalate maddeewwan adda addaa eeranitti” ta’uu gabaasichi ibseera.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *