Jillee Dhummuuggaa magaalaan Sanbatee haala hamaa keessa jiraachuu ishee komunikeeshiniin aanaa Jillee Dhummuuggaa beeksisaa jira.
Amajji 21/2023 aanaa Jillee Dhummuuggaa keessatti humnoota liyyuu haayilii amaaraan namootni 7 wareegamanii jiru.
lola liyyuu Haayilii Amaaraa ummata Oromoo walloo irratti bananiin lubbuu namoota 7 darbe.
Aanaa Jillee Dhummuuggaa keessatti lubbuun namoota darbee tarrisni maqaa isaanii:
1,Arbiyyee Aliyyii Muusee ganda Naannoftuu
2, Adam Aliyyee Arbiyyee ganda Naannoftuu
3, Aliyyii Mahamad Umar Jooraa ganda Naannoftuu
4, Ahimed Mahammad Ahimed ganda Balcii
5,Muusaa Umar Gurraachaa ganda Bal ii
6, Alii Mahaammad Xinnoo ganda Naannoftuu
7, Barattuu kutaa 9ffaa Saaliyaat Muhee ganda Naannoftuu kanneen tahanidha.